Delo mena water supply

Directions

Delo mena water supply kaayyoo keenya ummani bishaan qulqulluu argatuudha

Baga geettan
11/09/2026

Baga geettan

Hojjattoota keenya kan guyyaa boqanna isaani ummata ofiitif aarsa kaffaluun hojii kana xumuraniin maqaa dhaabbataafi umm...
05/09/2026

Hojjattoota keenya kan guyyaa boqanna isaani ummata ofiitif aarsa kaffaluun hojii kana xumuraniin maqaa
dhaabbataafi ummata kabajamaa kanaan galatooma jennaan

Kabajamtoota maamiltoota yeroo muraasaf dhiyeessin bishaani keenya addaan cite ture amma suphaan dhumate gadi dhiifameer...
05/09/2026

Kabajamtoota maamiltoota yeroo muraasaf dhiyeessin bishaani keenya addaan cite ture amma suphaan dhumate gadi dhiifameera

05/09/2026
23/08/2026

# Deebine isinitti Himna

Erga Kun nama hunda bira gahu qaba

Akkam jirtu maamiltoonni Fayyadama bishaani ilaalchise wantoota kaffalti hin taanef Isin saaxilan isinii himnu
1 sarara moora keessan seenu fayyuma isaa guyya guyyaan hordofa sarrarri cinna yo qabaate itti fufiinsaan isinirratti lakka'u waan danda'uf
2 cuftu-bantu(phoset) guutumaan gutuutti kan hin cufne yoo ta'e Mana dhiqannaas dabalate yerodhaan jijjiradha
3 bishaan yeroo fayyadamtan meeshaalee gurguddatti waraabdani yoo fayyadamtan gaaridha
4 kaffalti yerodhaan yoo hin kaffalin adabbis ni dabalama

Bishaan lubbudha Qisaasa'u hin qabu

Baga gammanne
17/07/2026

Baga gammanne

Erga BAGA ITTIIN ISIN GAHE itti gaafatama   Tajaajila bishaan Dhugaatif Dhangala'aa Magaala Mannaa obbo Waqo Shagar umma...
27/05/2026

Erga BAGA ITTIIN ISIN GAHE itti gaafatama
Tajaajila bishaan Dhugaatif Dhangala'aa Magaala Mannaa obbo Waqo Shagar ummanni Aana Dallo Manna fi naannawa ishee akkasumas ummanni muslima addunya gubbaa jirtan Idi Kun
Kan badhaadhina
Guddina fi waggaa waggaan Isin haa deebisu Jechuun erga dabarsan
AYYANA GAARI!!!

   Manna   10/2018Dhabbata Tajaajila Bishaan dhugaati Magaala Manna Kaafamtoota Misooma Rira Irraa Ka'aun Ganda  Gomgoma...
18/05/2026


Manna
10/2018
Dhabbata Tajaajila Bishaan dhugaati Magaala Manna Kaafamtoota Misooma Rira Irraa Ka'aun Ganda Gomgoma Qophsiifaman gama bishaan dhugaatin utubuuf akkauma kaayyeffatee ka'e marsa tokkofa guyyaa har'a bishan dhugaati biraan gahuu danda'ee jira
maamilli tokkos sarara dhuunfa isa diriirfatuun fayyadamuu eegale jira Hojattoota dhaabbata keenya dabalatee qaamni as irratti qooda fudhattan hunduu galatooma jechuu barbaanna

kan nu hafe hojii guddaadha

  Dallo Manna   Tajaajila bishaan fi Dhangala'aa Magaala Mannaa //// 30/8/2018 dhaabbanni keenya kaafamtoota misooma umm...
08/05/2026

Dallo Manna
Tajaajila bishaan fi Dhangala'aa Magaala Mannaa
//// 30/8/2018 dhaabbanni keenya kaafamtoota misooma ummata keenya Rira irraa ka'un Aana Dallo Manna Ganda gomgoma qubsiifamaniif gama bishaan Dhugaati hojiilee hedduu hojjataa jira haaluma kanan tuubbo fageenya km 3 tti dhihaatu harkisuudhan rakkoo ummata keenya rakkoo keenya jechuun dhaabbatichi rakkoo gama bishaan Dhugaatin jiru fala waara fiduuf hojjata jira

Yeroo hunda fedhii hawaasa keenya guutufi hojjanna
08/05/2026

Yeroo hunda fedhii hawaasa keenya guutufi hojjanna

Address

Delo Mena
Delo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Delo mena water supply posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share