30/07/2026
Adoolessa 23 /2028
🌱 Dulli Ashaaraa Magariisaa akkuma itti fufetti jira!
"Abdii haa dhaabnu"
duula ashaaraa magaariisaa Marsaa lammaffaatiin, hojjattoonni Gemshu Beyene Construction PLC, Hawaasa naannoo amboo fi Jarsoolii biyyaa waliin ta'un Godina Shawaa Lixaa, Magaalaa Amboo, moolii Get Ambootti argamun Duula Ashaaraa magaarisaa irratti hirmaataniiru
Sagantaa kana irratti abbaan qabeenyaa Obbo Gamshuu Bayyanaa fi Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Amboo Obbo Hacaaluu Gammachuu argamuun sirna biqiltuu dhaabuurratti kan hirmaatan yoo tau, Hirmaannaan isaanii misooma magariisaa, eegumsa naannoo fi dhaloota dhufuuf naannoo mijataa uumuuf kutannoo qaban kan agarsiisu dha.
Mooliin kun jiraattota naannawaa amboo, dargaggootaa fi dubartoota hedduuf carraa hojii kan uume yeroo ta’u, Guutummaatti hojii jalqabnaan hawaasa daldalaaf carraa hojii bal’aa ni bana.Mooliin kun galii daldaltootaa fi galii mootummaa fooyyessu keessatti gahee guddaa ni qabaata.
mooliin Get Amboo yeroo dhiyoo keessatti ebbifame hojii daldalaf akka banaa ta’us beekameera.
ሀምሌ 23/2018 ዓ.ም
🌱 የአረንጓዴ አሻራ ዘመቻ በቀጣይነት እየተካሄደ ነው!
"ተስፋን እንትከል"
በሁለተኛው ዙር የአረንጓዴ አሻራ የGemshu Beyene Construction PLC ሠራተኞች፤ የሀገር ሽማግሌዎችና የአከባብው ማህብርሰብ ጥሪ የተደረገላቸው እንግዶች በጋራ በመሆን በምዕራብ ሸዋ ዞን አምቦ ከተማ፣ በGET Ambo Mall በመገኘት የአረንጓዴ አሻራ መርሃ ግብር የችግኝ ተከላ አከናውነዋል።
በዚህ ዘመቻ ላይ የኩባንያችን ባለሀብት አቶ ገምሹ በየነ እና የአምቦ ከተማ ከንቲባ አቶ ሀጫሉ ገመቹ በመገኘት በችግኝ ተከላው ላይ ተሳትፈዋል። ይህ ተሳትፎ ለአረንጓዴ ልማት፣ ለአካባቢ ጥበቃ እና ለቀጣይ ትውልድ የተሻለ አካባቢ ለመፍጠር ያላቸውን ቁርጠኝነት የሚያሳይ ነው።
GET Amboo Mall ለበርካታ የአካበቢው ነዋሪዎች ፣ ወጣቶችና ሴቶች የስራ ዕድል የፈጠረና በሙሉ አቅሙም ወደ ሥራ ሲገባ ለንግዱ ማህበረሰብ የላቀ የሥራ ዕድል የሚከፍት ይሆናል፡፡
GET Ambo Mall በቅርቡ ተመርቆ ለንግድ ስራ ክፍት እንደሚሆን ታውቋል