Mohaammad Jifaar

Mohaammad Jifaar Digital Creator

12/08/2026

The Time Is Always Right, To Do What Is Right.
FINFINNEE FI MOOTUMMAA OROMOO.

Wancaa Adunyaa bara kanaa maaltu adda taasisa?Taphni akkaan jaallatamaan guutuu addunyaatti dhageettii guddaa qabu eegal...
06/06/2026

Wancaa Adunyaa bara kanaa maaltu adda taasisa?

Taphni akkaan jaallatamaan guutuu addunyaatti dhageettii guddaa qabu eegaluuf guyyoota qubaan lakkaa'amtu hafe!

Waancaa Addunyaa bara 2026 Amerikaa, Meeksikoo fi Kaanaadaan waliin ta'uun qopheessan seera garaa garaa jijjiirachuun kunoo eegaluudhaaf torban tokko qofatu hafe!

Waltajjiin guddichi kun kanaan dura biyyoota 32 qofa kan hirmaachisu yoo ta'u, dorgommii bara kanaa irratti garuu lakkoofsa hirmaattotaa gara biyyoota 48tti ol guddisee jira.

Kanaanis, biyyi tokko taphattoota 26 kan qopheeffattu yoo taatu, walumaagala biyyoonni 48 taphattoota 1,248 qabachuun dorgommicha tokko jedhanii eegalu.

Dorgommii kanaan biyyi argannoo Laamsiyaan faayamte Ispeenii fi warri dhiha Awurooppaa irraa yeroo mara gurrachootaan dhaadatan Faransaayi biyyoota waltajjii kanaaf tilmaama jalqabaa argatanidha.

Taphattoonni gurguddoon afur dorgommii seena-qabeessa kana yeroo jahaaf (6) hirmaachuuf jedhu, isaanis: injifataa Waancaa Addunyaa Kataar Lioneel Meesii, Kiristiyaanoo Roonaaldoo, Luukaa moodriich fi Guillermo Ochoa dha. Moodriich kan bara 2010 sababa darbuu dhabaniif hirmaachuu dhabus, bara 2006 immoo hirmaachuu isaatiin...taphataa yeroo 6ffaaf gahe jedhameera.

Waancaa addunyaa bara kanaa adda kan isa taasisu, seeronni kanaan dura hin jirre hedduun isaanii fooyyeeffamaniiru.

Akka IFAB fi Sky Sport gabaasanitti, seeronni fooyyeeffaman kanneen armaan gadiiti.👇

1. Taphataan jijjiiramee akka bahu ajajame sekondii 10 keessatti sarara dirree gadi dhiisee ba'uu qaba. yoo kana gochuu baate, taphataan bakka isaa seenu sun daqiiqaa 1'f utuu dirree hin seenin ala tura.

2. Goolii eegaan kubbaa harka isaarra jiru sekondii 8 ol yoo tursiise garee faallaadhaaf adabbii kubbaa rogaa (Corner) kennama.

3. Abbaan murtee murtiiwwan kubbaa rogaa (corner) sirrii hin taane kallattiin ariitiin sirreessuuf 'VAR' fayyadamuu ni danda’a jedha danbiin haaraan kun.

4. Taphataan tokko walitti bu'iinsa kilaba faallaa ykn abbaa murtee waliin uumamu kees

  ❗️❗️Inistiitiyuutiin Pilaanii Magaaloota Oromiyaa gitoota hojii adda addaa irratti beeksisa qaacarrii baasanii waan ji...
24/04/2026

❗️❗️
Inistiitiyuutiin Pilaanii Magaaloota Oromiyaa gitoota hojii adda addaa irratti beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif warroonni fedhii qabdan ulaagaa isaa ilaaluun dorgoomuu dandeessu.

qaacarrii hojii yeroo yeroon bahan akkasumaas Barnootaa fi Odeeffannoo dhimmoota seeraa itti fufinsaan argachuuf fuula facebook koo Jifaar jedhu join gochuu hin dagatinaa

Address

Addis Ababa

Telephone

+251916013755

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mohaammad Jifaar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share