Beeksisa Hojii

  • Home
  • Beeksisa Hojii

Beeksisa Hojii Dhalootaaf karaa haa taanu! Atis ga'ee kee ba'i.

18/08/2026

Beeksia -
BBO - Hayayya 12/2018 Guyyaan Iyyannoo jijjiirraa barsiisotaafi dura bu'oota manneen barnootaa - 16/2018 qofa 'online'n kan guutan ta'uun beekameera.

Kanaafuu, /12/2018 irraa eegaltanii asii gaditti isiniif kennametti fayyadamuun iyyannoo keessan guuttachuu ni dandeessu.
Hubachiisa - "User Name" fi "Password" keessan galchuun gara iyyannoo keessanii galuu dandeessu.
Liinkichis:- tmis.oeb.gov.et

Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magalaa finfinnee ማስታወቂያ!Odeefannoo dabalataaf. BeeksisaBiiroon Barnootaa Bulchiinsi Magaala...
18/08/2026

Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magalaa finfinnee
ማስታወቂያ!
Odeefannoo dabalataaf.
Beeksisa
Biiroon Barnootaa Bulchiinsi Magaalaa Finfinne barsiisota manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa haaraa banamaniif barsiisuu barbaadaniif guyyaa 10/11/2018 A.L.H. irraa eegalee guyyoota 10 walitti fufaniif toora interneetii (Online) irratti galmeen beeksisaa gaggeeffamaa turuun isaa ni yaadatama.Haaluma kanaan, isin dorgomtootni akaakuu barnootaa armaan gadiitiin toora interneetii (Online) qofaan galmooftanii fi ulaagaalee armaan gadii kanneen guuttan qofa, guyyoota lama walitti fufan dhihaachuun dhuunfaan gabaasa akka gootan ni beeksisna: Guyyaa 13/12/2018 A.L.H. irraa eegalee hanga 14/12/2018 A.L.H.-tti.Iddoo Galmee: Mana Barnootaa Sadarkaa 2ffaa Giddugaleessaa Dajjaazmaach Hayilamaariyaam Mamo (ዳግማዊ ምኒልክ)Sa'aatii Iyyannoo: Guyyoota olitti ibsaman keessatti sa'aatii hojii 2:30 hanga 10:30 qofa.
Odeefannoo dabalataaf fuula telegram group Telegram group https://t.me/+GwlQaNeoumkzZWY0

Beeksisa HojiiYuunivarsiitii Odaa Bultum.Yuunivarsiitiin Odaa Bultum bakka hojii banaa qabu irratti namoota dorgomsiisee...
11/08/2026

Beeksisa Hojii
Yuunivarsiitii Odaa Bultum.

Yuunivarsiitiin Odaa Bultum bakka hojii banaa qabu irratti namoota dorgomsiisee qacaruu barbaada. Maarree namoonni gosa barnootaa beeksisa bahe kanaa qabdaniifi fedhii qabdan ammuma dorgomuu dandeessu.

Yeroon galmee Hagayya 11-24/2026ttidha.

Waliif qoodaa mee gaariidha.

Telegram group https://t.me/+GwlQaNeoumkzZWY0

13/07/2026
09/07/2026

Address

Buraayyuu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Beeksisa Hojii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Beeksisa Hojii:

Shortcuts

  • Want your business to be the top-listed Contractor?

Share