Obsan Tuji Yaie

Obsan Tuji Yaie Studied@Madda Walabu University
Worked@Genale Construction PLC
CEO & Owner of Komarsan GC PLC

Akka rakkootti rakkoodha 🤣🤣 Ayi fiqirii birrii😂😂😂Hanga dhumaatti dubbisaa 😆
01/10/2026

Akka rakkootti rakkoodha 🤣🤣
Ayi fiqirii birrii😂😂😂
Hanga dhumaatti dubbisaa 😆

Akka rakkootti rakkoodha 🤣 Hanga dhumaatti dubbisaa 🥲
30/09/2026

Akka rakkootti rakkoodha 🤣
Hanga dhumaatti dubbisaa 🥲

Akka rakkootti rakkoodha 😳 🤔Dhuguma moo?🤔
30/09/2026

Akka rakkootti rakkoodha 😳 🤔
Dhuguma moo?🤔

😆😆😆 Of course 👌
29/09/2026

😆😆😆 Of course 👌

Godinaalee 6nii fi magaalota isaanii:.....➡️ Magaalota giddugala Godina Baha Oromiyaa ta'anii tajaajilan:-A. HararB.  Ci...
29/09/2026

Godinaalee 6nii fi magaalota isaanii:.....
➡️ Magaalota giddugala Godina Baha Oromiyaa ta'anii tajaajilan:-
A. Harar
B. Ciroo
C. Galamsoo
D. Gurawaa

➡️ Magaalota teessoo Godina Giddu galeessaa Oromiyaa ta'anii tajaajilan:-
A. Shaggar fi Adaamaa
B. Walisoo
C. Fiichee
D. Amboo

➡️ Magaalota giddugala Godina Kibba-Lixa Oromiyaa ta'anii tajaajilan:-
A. Jimma
B. Beddellee
C. Limmuu Gannat
D. Mattuu

➡️ Magaalota giddugala Godina Kibba Oromiyaa ta'anii tajaajilan:-
A. Yaabeelloo
B. Adoolaa
C. Nageellee Booranaa
D. Bulee Horaa

➡️ Magaalota giddugala Godina Lixa Oromiyaa ta'anii tajaajilan:-

A. Naqamte
B. Gimbii
C. Shaambuu
D. Dambii Doolloo

➡️ Magaalota giddugala Godina Kibba Baha Oromiyaa ta'a'nii tajaajilan:
A. Roobee
B. Gindhiir
C. Asallaa
D. Shaashamannee

🔶  ’IBAA 🔶   ★★★★★★★★★★★Namichi biyya sawud Arabiyaa kun mana barumsaa tokko keessa  ,  ,     mana barumsichaa fudhuun m...
29/09/2026

🔶 ’IBAA 🔶
★★★★★★★★★★★
Namichi biyya sawud Arabiyaa kun mana barumsaa tokko keessa , , mana barumsichaa fudhuun mataa duree dubbii ta'ee ture.🤔

A Saudi man has married three women, including a student and a teacher from the same school, as well as the institution’s principal, Saudi-based daily Okaz has reported, according to Al-Arabiya.

Additionally, the 50-year-old man also has another wife who works as an educational supervisor at the same school.

 ‼️Muudama Koree Qindeessituu Gidduu Galaa Oromiyaa1. Dr Mangistuu Baqqalaa Sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantii Mootummaa ...
29/09/2026

‼️
Muudama Koree Qindeessituu Gidduu Galaa Oromiyaa

1. Dr Mangistuu Baqqalaa Sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Bulchaa Gidduu Galaa Oromiyaa.

2. Obbo Mokoniin Baay'isaa Itti Gaafatamaa Paartii Badhaadhinaa Gidduu Galaa Oromiyaa

3. Obbo Abbaabbuu Waaqoo Itti Aanaa Bulchaa fi Itti Gaafatamaa Kilaastara Misooma Gidduu Galaa Oromiyaa.

4.Obbo Ashanafii Ajamaa Itti Gaafatamaa Damee Siyaasa Paartii Badhaadhinaa Gidduu Galaa Oromiyaa.

5. Obbo Kifaloo Adaree Itti Aanaa Bulchaa fi Itti Gaafatamaa Kilaastara Nagaa Gidduu Galaa Oromiyaa.

6. Obbo Taadalaa Diriirsaa Itti Gaafatamaa Ijaarsa Paartii Badhaadhinaa Gidduu Galaa Oromiyaa.

 ‼️Muudamaa Haaraa koree Qindeessitu Godina Kibba Baha Oromiyaa 1.Obbo Ahmad Idris Sadarkaa pirezedaantii Itti Aanaatti ...
29/09/2026

‼️
Muudamaa Haaraa koree Qindeessitu Godina Kibba Baha Oromiyaa

1.Obbo Ahmad Idris Sadarkaa pirezedaantii Itti Aanaatti Bulchaa Godina Kibba Baha Oromiyaa .

2.Obbo Ibraahim Kadiir Ittigaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Godina Kibba Baha Oromiyaa.

3.Obbo Abdurizak Huseen Jibriil I/A Bulchaa fi I/G Kilaastara Nageenyaa Godina Kibba baha Oromiyaa.

4.Obbo Izaddiin Abubakar I/G Siyaasa Paartii Badhaadhina Damee Godina Kibba Baha Oromiyaa
5. Obbo Asaffaa Tolosaa I/A bulchaa fi Itti gaafatamaa Misooma Kibba baha Oromiyaa

6.Obbo Birhaanuu Arfaasaa I/G Ijaarsa Paartii Padhaadhina Godina Kibba Baha Oromiyaa ta'uun Muudamaniiru

Bara hojii gaarii!!

 ‼️Koree Qindessaa Godina Baha Oromiyaa!1. Kab Obbo Abdurahman Abdella Sad I/A Prazadantii MNO tti Bulchaa Godina Bahaa ...
29/09/2026

‼️
Koree Qindessaa Godina Baha Oromiyaa!

1. Kab Obbo Abdurahman Abdella Sad I/A Prazadantii MNO tti Bulchaa Godina Bahaa Oromiyaa

2. Kab Obbo Jaarsoo Boruu I/G Paartii Badhaadhinaa Godina Baha Oromiyaa

3. Kab Obbo Anas Aliyyii I/A Bulchaa Damee Nageenyaa Godina Baha Oromiyaa

4. Kab Aadde Miskii Mohaamad I/A Bulchaa Damee Misooma Godina Baha Oromiyaa

5. Kab Obbo Fiqaduu Million Itti Gaafatamaa Daamee Siyaasa Godina Baha Oromiyaa

6. Kab Aadde Samiyaa Abdallaa Itti Gaafatatuu Damee ijaarsaa Godina Baha Oromiyaa

Address

Adama, Bishoftu
Modjo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Obsan Tuji Yaie posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share